Faarfannaa 78:30, 31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Taʼus guutummaatti dharraa baʼuu isaanii dura,Nyaanni isaanii utuma afaan isaanii keessa jiruu,31 Dheekkamsi Waaqayyoo isaan irratti bobaʼe.+ Namoota isaanii warra ciccimoo ni ajjeese;+Dargaggoota Israaʼelis ni kukuffise. 1 Qorontos 10:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Akkuma isaan keessaa tokko tokko gungumanii+ isa balleessu sanaan balleeffaman,+ isinis hin gunguminaa.
30 Taʼus guutummaatti dharraa baʼuu isaanii dura,Nyaanni isaanii utuma afaan isaanii keessa jiruu,31 Dheekkamsi Waaqayyoo isaan irratti bobaʼe.+ Namoota isaanii warra ciccimoo ni ajjeese;+Dargaggoota Israaʼelis ni kukuffise.
10 Akkuma isaan keessaa tokko tokko gungumanii+ isa balleessu sanaan balleeffaman,+ isinis hin gunguminaa.