-
Keessa Deebii 1:22, 23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 “Haa taʼu malee, hundi keessan gara koo dhuftanii, ‘Biyyattii akka nuuf ilaalaniif, akkasumas karaa isa kam irra deemuu akka qabnuu fi magaalonni akkamii nu fuuldura akka jiran akka nutti himaniif, namoota of dura haa erginu’ naan jettan.+ 23 Yaanni keessan gaarii waan natti fakkaateef, tokkoon tokkoon gosaa keessaa nama tokko godhee namoota keessan 12 nan filadhe.+
-