Lakkoofsa 13:1, 2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Achiis Yihowaan akkana jechuudhaan Museetti dubbate: 2 “Biyya Kanaʼaan isa ani Israaʼelotaaf kennuuf jedhu akka basaasaniif namoota ergi. Tokkoon tokkoon gosa abbootii keessaa nama isaan gidduutti+ ajajaa+ taʼe tokko ergi.”
13 Achiis Yihowaan akkana jechuudhaan Museetti dubbate: 2 “Biyya Kanaʼaan isa ani Israaʼelotaaf kennuuf jedhu akka basaasaniif namoota ergi. Tokkoon tokkoon gosa abbootii keessaa nama isaan gidduutti+ ajajaa+ taʼe tokko ergi.”