-
Lakkoofsa 13:30Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
30 Achiis Kaaleb, “Ammuma kaanee ol haa baanu; nuti dhugumaan ishii waan moonuuf, biyyattii dhaalaan akka fudhannu homaa hin shakkinu” jechuudhaan uummata Musee dura dhaabbate sana tasgabbeessuuf yaale.+
-
-
Lakkoofsa 14:38Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
38 Iyyaasuu ilmi Nuunii fi Kaaleb ilmi Yofunee warri namoota biyyattii basaasuuf deeman keessaa tokko turan sun garuu, dhugumaan lubbuudhaan ni jiraatu.”’”+
-
-
Lakkoofsa 34:18, 19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Akkasumas lafattii dhaalaan akka isiniif hiraniif tokkoon tokkoon gosaa keessaa ajajaa tokko tokko ni fudhattu. 19 Maqaan namoota kanaa kana dha: gosa Yihudaa keessaa Kaaleb ilma Yofunee,
-