LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 11:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Achiis Iyyaasuun+ ilmi Nuun inni ijoollummaa isaatii jalqabee tajaajilaa Musee ture deebisee, “Yaa gooftaa koo Musee, isaan dhowwi!”+ jedhe.

  • Lakkoofsa 13:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Maqaan namoota Museen biyyattii akka basaasaniif erge sanaa kana ture. Museenis maqaa Hosheʼaa ilma Nuun Iyyaasuu*+ jedhee moggaase.

  • Lakkoofsa 14:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Kaaleb ilma Yofunee fi Iyyaasuu ilma Nuuniin alatti+ tokkoon keessan illee biyya akka keessa jiraattan isiniif kakadhetti* hin galtan.+

  • Lakkoofsa 34:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 “Namoonni biyyattii akka dhaaltan isiniif hiran Eleʼazaar lubichaa fi Iyyaasuu ilma Nuuni.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi