Uumama 48:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Amma ilmaan kee warri ani gara Gibxii gara keetti dhufuu koo dura biyya Gibxii keessatti siif dhalatan kan koo ti.+ Akkuma Ruubenii fi Simiʼoon kan koo taʼan, Efreemii fi Minaaseenis kan koo ni taʼu.+
5 Amma ilmaan kee warri ani gara Gibxii gara keetti dhufuu koo dura biyya Gibxii keessatti siif dhalatan kan koo ti.+ Akkuma Ruubenii fi Simiʼoon kan koo taʼan, Efreemii fi Minaaseenis kan koo ni taʼu.+