7 Ammas deebiʼaatii gara naannoo gaarotaa Amoorotaatti,+ achiis gara olloota isaanii warra Arabaa,+ naannoo gaarotaa, Shefelaa, Negeeb, qarqara galaanichaa,+ biyya Kanaʼaanotaa fi Libaanon+ keessatti argaman hundumaatti hamma laga isa guddaatti, jechuunis hamma laga Efraaxisitti+ qajeelaa.