-
Lakkoofsa 1:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Ilmaan Ruuben, warri sanyii ilma Israaʼel isa angafaa taʼan+ maqaa maqaa isaaniitiin, maatii maatii isaaniitiin, akkasumas manneen abbootii isaaniitiin ni galmeeffaman. Dhiironni umuriin isaanii waggaa 20 fi isaa ol taʼe warri raayyaa waraanaa keessa galanii tajaajiluu dandaʼan hundi dhuunfaatti ni lakkaaʼaman;
-