Uumama 29:32 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 32 Liyaan ulfooftee ilma ni deesse; ishiin, “Yihowaan dhiphina koo argeera;+ amma abbaan manaa koo na jaallata” jettee maqaa isaa Ruuben*+ jettee moggaaste. Lakkoofsa 2:10, 11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 “Gareen Ruuben+ inni gosoota sadii qabate akka garee garee* isaatti kallattii kibbaatiin ni buufata; Elizuur+ ilmi Shedeʼur ajajaa ilmaan Ruubeni. 11 Warri raayyaa waraanaa isaa keessatti galmeeffaman 46,500 turan.+
32 Liyaan ulfooftee ilma ni deesse; ishiin, “Yihowaan dhiphina koo argeera;+ amma abbaan manaa koo na jaallata” jettee maqaa isaa Ruuben*+ jettee moggaaste.
10 “Gareen Ruuben+ inni gosoota sadii qabate akka garee garee* isaatti kallattii kibbaatiin ni buufata; Elizuur+ ilmi Shedeʼur ajajaa ilmaan Ruubeni. 11 Warri raayyaa waraanaa isaa keessatti galmeeffaman 46,500 turan.+