Faarfannaa 72:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Maqaan isaa inni ulfina qabeessa taʼe bara baraaf haa jajamu,+Ulfinni isaas guutummaa lafaa haa guutu.+ Ameen, Ameen. Anbaaqom 2:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Akkuma bishaan galaana uwwisu,Laftis beekumsa ulfina Yihowaatiin ni guutamti.+
19 Maqaan isaa inni ulfina qabeessa taʼe bara baraaf haa jajamu,+Ulfinni isaas guutummaa lafaa haa guutu.+ Ameen, Ameen.