Faarfannaa 72:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Maqaan isaa inni ulfina qabeessa taʼe bara baraaf haa jajamu,+Ulfinni isaas guutummaa lafaa haa guutu.+ Ameen, Ameen. Isaayyaas 11:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Isaan guutummaa gaara koo isa qulqulluu irratti+ miidhaaYookiin badiisa akkamii iyyuu hin geessisan,+Sababiin isaas, akkuma bishaan galaana uwwisu,Laftis dhugumaan beekumsa Yihowaatiin ni guutamti.+ Zakkaariyaas 14:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Yihowaan guutummaa lafaa irratti Mootii ni taʼa.+ Guyyaa sanatti Yihowaan tokko,+ maqaan isaas tokko ni taʼa.+
19 Maqaan isaa inni ulfina qabeessa taʼe bara baraaf haa jajamu,+Ulfinni isaas guutummaa lafaa haa guutu.+ Ameen, Ameen.
9 Isaan guutummaa gaara koo isa qulqulluu irratti+ miidhaaYookiin badiisa akkamii iyyuu hin geessisan,+Sababiin isaas, akkuma bishaan galaana uwwisu,Laftis dhugumaan beekumsa Yihowaatiin ni guutamti.+
9 Yihowaan guutummaa lafaa irratti Mootii ni taʼa.+ Guyyaa sanatti Yihowaan tokko,+ maqaan isaas tokko ni taʼa.+