Isaayyaas 42:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Ani Yihowaa dha. Maqaan koos isa kana;Ulfina koo eenyuuf iyyuu hin kennu,*Galata koos fakkiiwwan bocamaniif hin kennu.+ Isaayyaas 44:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Yihowaan Mootiin Israaʼel,+ inni isa furu,+Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: ‘Ani isa jalqabaa fi isa xumuraa ti.+ Ana malee Waaqni kan biraan hin jiru.+
8 Ani Yihowaa dha. Maqaan koos isa kana;Ulfina koo eenyuuf iyyuu hin kennu,*Galata koos fakkiiwwan bocamaniif hin kennu.+
6 Yihowaan Mootiin Israaʼel,+ inni isa furu,+Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: ‘Ani isa jalqabaa fi isa xumuraa ti.+ Ana malee Waaqni kan biraan hin jiru.+