Baʼuu 34:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Yihowaan Waaqa namoonni guutummaatti akka isaaf bulan barbaadu* taʼuu isaatiin beekamu* waan taʼeef, waaqa kan biraatiif hin sagadin.+ Eeyyee, inni Waaqa namoonni guutummaatti akka isaaf bulan barbaadu dha.+
14 Yihowaan Waaqa namoonni guutummaatti akka isaaf bulan barbaadu* taʼuu isaatiin beekamu* waan taʼeef, waaqa kan biraatiif hin sagadin.+ Eeyyee, inni Waaqa namoonni guutummaatti akka isaaf bulan barbaadu dha.+