- 
	                        
            
            Lakkoofsa 26:64Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
64 Haa taʼu malee, namoota yommuu Musee fi Aaron lubichi lafa onaa Siinaa keessatti Israaʼelota lakkaaʼanii turanitti galmaaʼan keessaa namni tokko illee warra galmaaʼan kana keessatti hin argamu ture.+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Keessa Deebii 1:35Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
35 ‘Dhaloota hamaa kana keessaa namni tokko illee biyyattii gaarii ishii ani abbootii keessaniif kennuuf kakadhe sana hin argu;+
 
 -