LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 14:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Warri umuriin keessan waggaa 20 fi isaa ol taʼee galmeeffamtan hundi, jechuunis warri ana irratti gungumtan hundi+ reeffi keessan lafa onaa kana keessatti ni kukkufa.+

  • Lakkoofsa 14:35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 “‘“Ani Yihowaan dubbadheera. Guutummaa yaaʼii hamaa taʼe isa anaan mormuudhaan walitti qabame kana irratti akkana nan godha: Isaan lafa onaa kana keessatti ni dhumu; asumattis ni duʼu.+

  • 1 Qorontos 10:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Yaa obbolootaa, abbootiin keenya hundi duumessa jala akka turanii+ fi hundi isaanii galaana keessa darbuu isaanii akka beektan nan barbaada;+

  • 1 Qorontos 10:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Taʼus, Waaqayyo hedduu isaaniitti waan hin gammadneef, isaan lafa onaa keessatti kufanii hafan.+

  • Ibroota 3:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Kana malees, warri Waaqayyo waggaa 40f isaanitti aare eenyufaa turan?+ Warra cubbuu hojjetanii reeffi isaanii lafa onaa keessatti kukkufee hafe+ sana mitii ree?

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi