LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 21:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Mootiin Aaraad+ inni nama biyya Kanaʼaan taʼee fi Negeeb keessa jiraatu Israaʼel karaa Ataariim dhufuu isaa yommuu dhagaʼu, Israaʼeliin haleelee isaan keessaa muraasa boojiʼee fudhate.

  • Lakkoofsa 21:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Yihowaanis sagalee Israaʼel dhagaʼee Kanaʼaanota dabarsee isaanitti ni kenne; isaanis Kanaʼaanotaa fi magaalota isaanii haxaaʼanii ni balleessan. Kanaan kan kaʼes isaan maqaa iddoo sanaa Hoormaa*+ jedhanii moggaasan.

  • Keessa Deebii 1:44
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 44 Achiis Amooronni warri gaara sana irra jiraachaa turan isin waraanuuf baʼan; akkuma kanniisaattis isin ariʼan; hamma Hoormaatti isin ariʼuudhaanis Seeʼir keessatti isin bittinneessan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi