LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 33:40
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 40 Yeroo kanatti mootiin Aaraad+ Kanaʼaanichi inni Negeeb ishii biyya Kanaʼaanitti argamtu keessa jiraachaa ture Israaʼelonni dhufaa akka jiran ni dhagaʼe.

  • Iyyaasuu 12:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Mootonni biyyattii warri Yordaanos irraa kallattii dhihaatti argaman, warri Baʼaal Gaad+ isa Sulula Libaanon+ keessatti argamu irraa hamma Gaara Halaaq+ isa gara Seʼiiritti+ ol baʼu keessa jiraatan, warri Iyyaasuunii fi Israaʼelonni moʼan kanneen kana dha; sana booda Iyyaasuun biyya isaanii akka qooda qooda isaaniitti gosoota Israaʼeliif dhaalaan ni kenne;+

  • Iyyaasuu 12:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 mootii Hoormaa, tokko; mootii Aaraad, tokko;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi