-
Baʼuu 12:49Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
49 Lammii biyyattiitiifis taʼe nama biyya ormaa isin gidduu jiraatuuf seeruma tokkotu hojii irra oola.”+
-
-
Leewwota 24:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 “‘Nama biyya ormaatiifis taʼe lammii biyyattiitiif heerri tokko hojii irra haa oolu;+ ani Waaqa keessan Yihowaa dha.’”
-
-
Lakkoofsa 15:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Isin warri gumicha keessa jirtanis taʼe namni biyya ormaa isinii wajjin jiraatu dambii tokko ni qabaattu. Kun guutummaa dhaloota keessaniitiif dambii dhaabbataa ni taʼa. Namni biyya ormaa Yihowaa duratti akkuma keessanitti ilaalama.+
-