1 Qorontos 14:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 Sababiin isaas, Waaqayyo Waaqa nagaa ti malee Waaqa jeequmsaa miti.+ Akkuma gumiiwwan qulqullootaa hunda keessatti godhamu, 1 Qorontos 14:40 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 40 Haa taʼu malee, wanti hundi karaa naamusa qabuun, akkasumas karaa seera qabeessa taʼeen haa raawwatamu.+
33 Sababiin isaas, Waaqayyo Waaqa nagaa ti malee Waaqa jeequmsaa miti.+ Akkuma gumiiwwan qulqullootaa hunda keessatti godhamu,
40 Haa taʼu malee, wanti hundi karaa naamusa qabuun, akkasumas karaa seera qabeessa taʼeen haa raawwatamu.+