-
Lakkoofsa 16:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Achiis Qoraan+ inni ilma Yizhaar,+ ilma Qehaat,+ ilma Leewwii+ taʼe, ilmaan Ruuben+ keessaa Daataanii fi Abiraam warra ilmaan Eeliyaab+ taʼan, akkasumas Oon isa ilma Peelet taʼee wajjin ni kaʼe. 2 Isaan namoota Israaʼel 250 warra ajajjoota yaaʼichaa taʼan, warra gumicha keessaa filatamanii fi beekamoo taʼanii wajjin Musee irratti kaʼan.
-