LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 16:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Tokkoon tokkoon namaa qodaa ibiddaa isaa fudhatee ixaana isa irra haa kaaʼu; tokkoon tokkoon namaa qodaa ibiddaa isaa Yihowaa duratti haa dhiheessu; isaan walumatti qodaawwan ibiddaa 250 haa dhiheessan; sii fi Aaroniin dabalatee tokkoon tokkoon keessan qodaa ibiddaa keessan qabadhaa dhihaadhaa.”

  • Lakkoofsa 26:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Achiis lafattiin banamtee* isaan liqimsite. Qoraan immoo yeroo ibiddi namoota 250 nyaatetti deggertoota isaa wajjin ni duʼe.+ Isaanis fakkeenya akeekkachiisaa taʼan.+

  • Faarfannaa 106:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Garee isaanii gidduutti ibiddi ni bobaʼe;

      Laboobnis warra hamoo sana ni nyaate.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi