38 Isaan qodaawwan ibiddaa kana Yihowaa duratti dhiheessuu isaaniitiin kan kaʼe qodaawwan kun qulqulluu waan taʼaniif, qodaawwan ibiddaa namoota cubbuu hojjechuudhaan lubbuu isaanii dhaban sanaa iddoo aarsaa sana uwwisuuf+ haphifamanii haa tumaman. Isaanis Israaʼelotaaf mallattoo haa taʼan.”+