Lakkoofsa 16:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Achiis Qoraa fi deggertoota isaa hundumaatiin akkana jedhe: “Yihowaan kan isaa kan taʼe eenyu akka taʼe,+ akkasumas qulqulluu kan taʼee fi isatti dhihaachuu kan qabu eenyu akka taʼe+ ganama ni beeksisa; namni inni filatus+ isatti ni dhihaata. Lakkoofsa 17:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Achiis Yihowaan Museedhaan, “Gungummiin isaan ana irratti gunguman akka dhaabbatuuf, akkasumas isaan akka hin duuneef, ilmaan fincilaa+ sanaaf mallattoo akka taʼuuf+ ulee Aaron+ deebisiitii Dhugaa Baatuu sana dura kaaʼi” jedhe.
5 Achiis Qoraa fi deggertoota isaa hundumaatiin akkana jedhe: “Yihowaan kan isaa kan taʼe eenyu akka taʼe,+ akkasumas qulqulluu kan taʼee fi isatti dhihaachuu kan qabu eenyu akka taʼe+ ganama ni beeksisa; namni inni filatus+ isatti ni dhihaata.
10 Achiis Yihowaan Museedhaan, “Gungummiin isaan ana irratti gunguman akka dhaabbatuuf, akkasumas isaan akka hin duuneef, ilmaan fincilaa+ sanaaf mallattoo akka taʼuuf+ ulee Aaron+ deebisiitii Dhugaa Baatuu sana dura kaaʼi” jedhe.