LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 28:43
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 43 Cubbuu akka isaanitti hin taanee fi akka hin duuneef, Aaronii fi ilmaan isaa yeroo dunkaana walgaʼiitti seenanitti yookiin yeroo iddoo qulqulluu keessatti tajaajiluuf iddoo aarsaatti dhihaatanitti wantoota kana uffachuu qabu. Kun isaa fi sanyii isaa warra isa booda dhufaniif dambii dhaabbataa haa taʼu.

  • Leewwota 21:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Aarsaawwan Yihowaa warra ibiddaan dhihaatan, jechuunis nyaata* Waaqa isaaniitiif dhihaatu waan dhiheessaniif, Waaqa isaaniitiif qulqulluu taʼuu qabu;+ maqaa Waaqa isaaniis xureessuu hin qaban;+ isaan qulqulluu taʼuu qabu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi