Isaayyaas 52:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Irraa goraa, irraa goraa, achii baʼaa,+ wanta xuraaʼaa tokko illees hin tuqinaa!+ Isin warri miʼawwan mana Yihowaa baattan,+Ishii gidduudhaa baʼaa,+ qulqulluus taʼaa. 1 Pheexiros 1:15, 16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 kanaa mannaa, akkuma Isa Qulqulluu isin waame sanaa, wanta hojjettan hundumaatiin qulqulloota taʼaa;+ 16 sababiin isaas, “Ani qulqulluu waanan taʼeef, isinis qulqulloota taʼaa”+ jedhamee barreeffameera.
11 Irraa goraa, irraa goraa, achii baʼaa,+ wanta xuraaʼaa tokko illees hin tuqinaa!+ Isin warri miʼawwan mana Yihowaa baattan,+Ishii gidduudhaa baʼaa,+ qulqulluus taʼaa.
15 kanaa mannaa, akkuma Isa Qulqulluu isin waame sanaa, wanta hojjettan hundumaatiin qulqulloota taʼaa;+ 16 sababiin isaas, “Ani qulqulluu waanan taʼeef, isinis qulqulloota taʼaa”+ jedhamee barreeffameera.