Lakkoofsa 15:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Oomisha keessan isa jalqabaa keessaa daakuu* isa jalqabaa+ irraa maxinoo bifa amartiitiin tolfame buusii godhaatii kennaa. Buusii kanas akkuma buusii oobdii dhiheessitanitti dhiheessaa. Hisqiʼel 44:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Firii jalqabaa hundumaa keessaa, akkasumas buusii keessan hundumaa keessaa inni filatamaan kan lubootaa ni taʼa.+ Oomisha keessan isa jalqabaa keessaa daakuu isa jalqabaa lubichaaf kennaa.+ Kun maatii keessaniif eebba argamsiisa.+
20 Oomisha keessan isa jalqabaa keessaa daakuu* isa jalqabaa+ irraa maxinoo bifa amartiitiin tolfame buusii godhaatii kennaa. Buusii kanas akkuma buusii oobdii dhiheessitanitti dhiheessaa.
30 Firii jalqabaa hundumaa keessaa, akkasumas buusii keessan hundumaa keessaa inni filatamaan kan lubootaa ni taʼa.+ Oomisha keessan isa jalqabaa keessaa daakuu isa jalqabaa lubichaaf kennaa.+ Kun maatii keessaniif eebba argamsiisa.+