-
Lakkoofsa 18:26, 27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 “Akkana jedhii Leewwotatti himi: ‘Kurnoo isa dhaala keessan akka taʼuuf isaan irraa fudhadhee isiniif kenne Israaʼelota irraa ni fudhattu;+ isin immoo isa keessaa kurnoo isaa Yihowaadhaaf buusii gootanii ni kennitu.+ 27 Kunis akkuma midhaan oobdii irraa+ yookiin oomisha guutuu cuunfaa wayinii yookiin cuunfaa zayitii keessan irraa buusii gootanitti isiniif ni lakkaaʼama.
-
-
Keessa Deebii 18:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Midhaan kee isa jalqabaa, daadhii wayinii kee isa haaraa, zayitii kee fi rifeensa bushaayee kee irraa jalqaba murame isaaf kenni.+
-