LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 7:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Yihowaan Museedhaan, “Guyyoota walitti aananiif, guyyaa guyyaadhaan ajajaan tokko eebba iddoo aarsaa sanaatiif kennaa isaa ni dhiheessa” jedhe.

  • Lakkoofsa 7:66
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 66 Guyyaa kurnaffaatti Ahiʼezer+ ilmi Amishaadaay inni ajajaa ilmaan Daan taʼe

  • Lakkoofsa 10:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Itti aansuudhaan buufanni garee Daan inni gosoota sadii qabate akka garee garee* isaatti karaa duubaatiin eegduu buufatawwan hundumaa taʼuudhaan kaʼee ni deeme; Ahiʼezer+ ilmi Amishaadaay ajajaa garee sanaa ture.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi