-
Lakkoofsa 1:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 “Tokkoon tokkoon gosaa keessaa nama tokko fudhadhaa deemaa; tokkoon tokkoon isaaniis dura buutota manneen abbootii isaanii haa taʼan.+
-
-
Lakkoofsa 1:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 gosa Daan keessaa Ahiʼezer+ ilma Amishaadaay,
-
-
Lakkoofsa 2:31Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
31 “Warri raayyaawwan waraanaa buufata Daan keessatti galmeeffaman walumaa galatti 157,600 turan. Isaan akka garee isaanii isa gosoota sadi sadiin hirametti xumura irratti dunkaana isaanii haa buqqisan.”+
-