Lakkoofsa 10:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Itti aansuudhaan buufanni garee Daan inni gosoota sadii qabate akka garee garee* isaatti karaa duubaatiin eegduu buufatawwan hundumaa taʼuudhaan kaʼee ni deeme; Ahiʼezer+ ilmi Amishaadaay ajajaa garee sanaa ture.
25 Itti aansuudhaan buufanni garee Daan inni gosoota sadii qabate akka garee garee* isaatti karaa duubaatiin eegduu buufatawwan hundumaa taʼuudhaan kaʼee ni deeme; Ahiʼezer+ ilmi Amishaadaay ajajaa garee sanaa ture.