-
Leewwota 22:4-6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Sanyii Aaron keessaa namni dhukkuba nadaayii+ qabu yookiin namni dhangalaʼaan qaama isaa keessaa yaaʼu+ yookiin namni nama reeffaan* xuraaʼe tuqe+ yookiin namni sanyiin isaa dhangalaʼu,+ hamma qulqulluu taʼutti wantoota qulqulluu hin nyaatin;+ 5 akkasumas namni uumama xuraaʼaa tuutaan yaaʼu tuqe+ yookiin namni nama sababii kamiin iyyuu xuraaʼee fi isa xureessuu dandaʼu tuqe,+ hamma qulqulluu taʼutti wantoota qulqulluu hin nyaatin. 6 Namni* wantoota kana keessaa isa kam iyyuu tuqu hamma galgalaatti xuraaʼaa ni taʼa; inni qaama isaa bishaaniin yoo dhiqachuu baate, wantoota qulqulluu keessaa isa kam iyyuu nyaachuu hin dandaʼu.+
-