-
Leewwota 27:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Maasichi waggaa Iyyobeeliyyuutti yommuu gadhiifamu, maasii isaaf murteeffame taʼee Yihowaadhaaf kan qulqulleeffame ni taʼa. Maasichi qabeenya lubootaa ni taʼa.+
-