Lakkoofsa 18:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Yihowaan itti fufuudhaan Aaroniin akkana jedhe: “Buusii anaaf godhamu irratti si muudeera.+ Wantoota qulqulluu Israaʼelonni akka gaʼee dhaabbataa taʼetti kennan hundumaa irraa qooda tokko sii fi ilmaan keetiif kenneera.+ Lakkoofsa 18:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 “Israaʼel keessatti wanti addaan baafame* kam iyyuu kan kee ni taʼa.+
8 Yihowaan itti fufuudhaan Aaroniin akkana jedhe: “Buusii anaaf godhamu irratti si muudeera.+ Wantoota qulqulluu Israaʼelonni akka gaʼee dhaabbataa taʼetti kennan hundumaa irraa qooda tokko sii fi ilmaan keetiif kenneera.+