LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 12:49
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 49 Lammii biyyattiitiifis taʼe nama biyya ormaa isin gidduu jiraatuuf seeruma tokkotu hojii irra oola.”+

  • Leewwota 24:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 “‘Nama biyya ormaatiifis taʼe lammii biyyattiitiif heerri tokko hojii irra haa oolu;+ ani Waaqa keessan Yihowaa dha.’”

  • Lakkoofsa 15:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Isin warri gumicha keessa jirtanis taʼe namni biyya ormaa isinii wajjin jiraatu dambii tokko ni qabaattu. Kun guutummaa dhaloota keessaniitiif dambii dhaabbataa ni taʼa. Namni biyya ormaa Yihowaa duratti akkuma keessanitti ilaalama.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi