LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 14:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Guyyaa torbaffaattis rifeensa mataa isaa, areeda isaa fi nyaara isaa irra jiru hundumaa ni haaddata. Rifeensa isaa hundumaa erga haaddatee booda, uffata isaa ni miiccata, qaama isaa bishaaniin ni dhiqata, achiis qulqulluu ni taʼa.

  • Lakkoofsa 19:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Namni kun guyyaa sadaffaatti bishaan sanaan* of haa qulqulleessu; guyyaa torbaffaattis inni qulqulluu ni taʼa. Haa taʼu malee, inni guyyaa sadaffaatti yoo of qulqulleessuu baate, guyyaa torbaffaatti qulqulluu hin taʼu.

  • Lakkoofsa 31:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Guyyaa torbaafis buufatichaa ala buufadhaa. Isin keessaas taʼe warra boojitan keessaa, namni nama* ajjeesee fi namni reeffa namaa tuqe+ kam iyyuu guyyaa sadaffaattii fi guyyaa torbaffaatti of haa qulqulleessu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi