Baʼuu 14:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Achiis maleekaan Waaqa dhugaa+ inni buufata Israaʼel dura deemaa ture sun achii kaʼee gara duuba isaanii dhaqe; utubaan duumessichaa inni isaan dura ture sunis gara duubaa deemee isaan duuba dhaabbate.+ Baʼuu 23:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 “Akka inni daandii kee irratti si eeguu fi gara iddoo ani siif qopheessetti si galchuuf,+ maleekaa koo si dura nan erga.+ Baʼuu 33:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Ani maleekaa tokko si dura nan erga;+ Kanaʼaanota, Amoorota, Heetota, Pheriizota, Hiiwotaa fi Yebuusota achi keessaa nan ariʼa.+
19 Achiis maleekaan Waaqa dhugaa+ inni buufata Israaʼel dura deemaa ture sun achii kaʼee gara duuba isaanii dhaqe; utubaan duumessichaa inni isaan dura ture sunis gara duubaa deemee isaan duuba dhaabbate.+
20 “Akka inni daandii kee irratti si eeguu fi gara iddoo ani siif qopheessetti si galchuuf,+ maleekaa koo si dura nan erga.+
2 Ani maleekaa tokko si dura nan erga;+ Kanaʼaanota, Amoorota, Heetota, Pheriizota, Hiiwotaa fi Yebuusota achi keessaa nan ariʼa.+