-
Baʼuu 32:34Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
34 Amma dhaqiitii sabicha gara iddoo ani sitti hime sanatti geessi. Kunoo, maleekaan koo si dura ni deema;+ guyyaa ani itti qoru sanattis, cubbuu isaaniitiif isaan irratti adaba nan fida.”
-