Faarfannaa 135:10, 11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Saboota hedduu rukuteera,+Mootota jajjaboos ajjeeseera;+11 Sihoon mootii Amoorotaa,+Oog mootii Baashaan,+Akkasumas mootummoota Kanaʼaan hundumaa moʼeera.
10 Saboota hedduu rukuteera,+Mootota jajjaboos ajjeeseera;+11 Sihoon mootii Amoorotaa,+Oog mootii Baashaan,+Akkasumas mootummoota Kanaʼaan hundumaa moʼeera.