LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 12:7, 8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Mootonni biyyattii warri Yordaanos irraa kallattii dhihaatti argaman, warri Baʼaal Gaad+ isa Sulula Libaanon+ keessatti argamu irraa hamma Gaara Halaaq+ isa gara Seʼiiritti+ ol baʼu keessa jiraatan, warri Iyyaasuunii fi Israaʼelonni moʼan kanneen kana dha; sana booda Iyyaasuun biyya isaanii akka qooda qooda isaaniitti gosoota Israaʼeliif dhaalaan ni kenne;+ 8 kana malees, mootota naannoo gaarotaa keessa, Shefelaa keessa, Arabaa keessa, irraan gadeewwan irra, lafa onaa keessaa fi Negeeb+ keessa, jechuunis biyya Heetotaa, biyya Amoorotaa,+ biyya Kanaʼaanotaa, biyya Pheriizotaa, biyya Hiiwotaa fi biyya Yebuusotaa+ keessa jiran ni moʼan; mootonni sunis kanneen kana dha:

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi