LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Abbootii Murtii 11:23, 24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 “‘Amoorota saba isaa Israaʼel+ duraa kan ariʼe Yihowaa Waaqa Israaʼeli; maarree, amma ati isaan ariʼuuf jettaa? 24 Ati wanta waaqni kee Kemoosh+ akka dhaaltu siif kenne akkamii iyyuu hin dhaaltuu? Nuti warra Waaqni keenya Yihowaan nu duraa ariʼe hundumaa ni ariina.+

  • 1 Mootota 11:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Solomoon waaqa balfamaa Moʼaab kan taʼe Kemooshii fi waaqa balfamaa Amoonotaa+ kan taʼe Moleekiif+ gaara Yerusaalem fuuldura jiru irratti iddoo ol kaʼaa+ kan ijaare yeroo kanatti ture.

  • 2 Mootota 23:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Kana malees, mootichi iddoowwan ol kaʼoo Yerusaalem fuuldura jiran warra Gaara Badiisaa* irraa gara kibbaatti* argamanii fi Solomoon mootiin Israaʼel waaqayyittii balfamtuu Siidoonotaa kan taate Ashtooretiif, waaqa balfamaa Moʼaab kan taʼe Kemooshii fi waaqa jibbisiisaa Amoonotaa+ kan taʼe Milkoomiif+ ijaare ni salphise.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi