Leewwota 18:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 “‘Ijoollee kee keessaa eenyu illee Moleekiif akka dhihaatu* hin godhin.+ Akkana gochuudhaan maqaa Waaqa keetii hin xureessin.+ Ani Yihowaa dha. Hojii Ergamootaa 7:43 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 43 Kanaa mannaa, dunkaana Molookii+ fi urjii waaqa Reefaan, jechuunis fakkiiwwan waaqeffachuuf tolfattan sana baattanii asii fi achi deemtan. Kanaafuu, ani Baabilon gamatti isin nan ariʼa.’+
21 “‘Ijoollee kee keessaa eenyu illee Moleekiif akka dhihaatu* hin godhin.+ Akkana gochuudhaan maqaa Waaqa keetii hin xureessin.+ Ani Yihowaa dha.
43 Kanaa mannaa, dunkaana Molookii+ fi urjii waaqa Reefaan, jechuunis fakkiiwwan waaqeffachuuf tolfattan sana baattanii asii fi achi deemtan. Kanaafuu, ani Baabilon gamatti isin nan ariʼa.’+