LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 3:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Yihowaanis, ‘Ani isas taʼe saba isaa hundumaa, akkasumas biyya isaa harka keetti dabarsee waanan kennuuf isa hin sodaatin; atis wantuma Sihoon mootii Amoorotaa isa Heshboon keessa jiraachaa ture irratti goote isa irrattis ni goota’ naan jedhe.

  • Faarfannaa 135:10, 11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Saboota hedduu rukuteera,+

      Mootota jajjaboos ajjeeseera;+

      11 Sihoon mootii Amoorotaa,+

      Oog mootii Baashaan,+

      Akkasumas mootummoota Kanaʼaan hundumaa moʼeera.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi