LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 23:3, 4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 “Namni biyya Amoon yookiin namni biyya Moʼaab gara gumii Yihowaatti hin seenin.+ Hamma dhaloota kurnaffaatti illee sanyii isaanii keessaa eenyu iyyuu matumaa gara gumii Yihowaatti hin seenin. 4 sababiin isaas, isaan yommuu isin biyya Gibxii keessaa baatanii deemaa turtanitti nyaataa fi bishaan isiniif kennuudhaan isin hin gargaarre;+ akkasumas Bala’aam ilmi Be’or inni nama biyya Phetoor ishii Mesophotaamiyaa taʼe akka si abaaru sitti bitaniiru.+

  • Iyyaasuu 13:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Balaʼaam+ ilmi Be’or inni hooda dubbatu,+ namoota Israaʼelonni goraadeedhaan ajjeesanii wajjin ajjeefamee ture.

  • 2 Pheexiros 2:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Daandii isa sirrii dhiisanii, karaa irraa jalʼataniiru. Daandii Balaʼaam+ ilma Beʼor isa faayidaa argachuuf jedhee hammina hojjete+ sanaa hordofaniiru;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi