13 ‘Baalaaq utuu mana isaa isa meetii fi warqiidhaan guutame naaf kennee illee, ani wanta gaariis taʼe wanta hamaa, wanta ajaja Yihowaatiin ala taʼe kam iyyuu fedhii ofii kootiin gochuu hin dandaʼu. Wanta Yihowaan natti himu qofan dubbadha’ hin jennee?+