LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 22:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Balaʼaam garuu tajaajiltoota Baalaaqiif akkana jedhee deebise: “Baalaaq utuu mana isaa isa meetii fi warqiidhaan guutame naaf kennee illee, ani wanta xinnaas taʼe wanta guddaa, wanta ajaja Waaqa koo Yihowaatiin ala taʼe akkamii iyyuu gochuu hin dandaʼu.+

  • Lakkoofsa 22:38
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 38 Balaʼaamis, “Kunoo amma dhufeera. Garuu wanta akkamii iyyuu dubbachuun kan naaf heyyamamu sitti fakkaataa? Wanta Waaqayyo afaan koo keessa kaaʼe qofan dubbachuu dandaʼa” jedhee Baalaaqiif deebise.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi