-
Lakkoofsa 22:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Achiis Waaqayyo halkan keessa gara Balaʼaam dhufee, “Namoonni kun si waamuuf dhufan yoo taʼe, isaanii wajjin deemi. Haa taʼu malee, wanta ani akka dubbattu sitti himu qofa dubbadhu” isaan jedhe.+
-