LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 22:35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 Maleekaan Yihowaa garuu Balaʼaamiin, “Namoota sanaa wajjin deemi; haa taʼu malee, wanta ani sitti himu qofa dubbadhu” jedhe. Kanaafuu, Balaʼaam bulchitoota Baalaaq erge sanaa wajjin ni deeme.

  • Lakkoofsa 23:11, 12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Achiis Baalaaq Balaʼaamiin, “Wanti ati na irratti raawwatte kun maali dha? Ani diinota koo akka abaartun si fide; ati garuu isaan eebbiste malee wanta goote hin qabdu”+ jedhe. 12 Innis, “Ani wanta Yihowaan afaan koo keessa kaaʼe qofa dubbachuu hin qabuu?” jedhee deebise.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi