-
Lakkoofsa 22:38Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
38 Balaʼaamis, “Kunoo amma dhufeera. Garuu wanta akkamii iyyuu dubbachuun kan naaf heyyamamu sitti fakkaataa? Wanta Waaqayyo afaan koo keessa kaaʼe qofan dubbachuu dandaʼa” jedhee Baalaaqiif deebise.+
-