LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 24:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Yeroo kanatti Baalaaq akka malee Balaʼaamitti ni aare. Baalaaqis tuffiidhaan harka isaa walitti rukutee Balaʼaamiin akkana jedhe: “Ani kanan si waame diinota koo akka abaartuuf ture;+ ati garuu kunoo siʼa sadan kana isaan eebbiste malee wanta goote hin qabdu.

  • Iyyaasuu 24:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Taʼus ani Balaʼaamiin hin dhageenye.+ Kanaafuu, inni irra deddeebiʼee isin ni eebbise;+ anis harka isaa irraa isin nan oolche.+

  • Nahimiyaa 13:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Guyyaa sanatti kitaabni Musee utuma sabichi dhagaʼuu ni dubbifame;+ yaanni namni Amoon yookiin namni Moʼaab+ yoom iyyuu gara gumii Waaqa dhugaatti galuu akka hin qabne ibsus barreeffamee argame;+ 2 sababiin isaas, isaan Israaʼelotaaf buddeenaa fi bishaan hin kennine; kanaa mannaa, akka isaan abaaruuf Balaʼaamiin itti bitanii turan.+ Waaqni keenya garuu abaarsicha gara eebbaatti jijjiire.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi