-
Lakkoofsa 31:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Isaanis akkuma Yihowaan Musee ajajetti Miidiyaan irratti waraana ni banan; dhiira hundumaas ni ajjeesan.
-
-
Lakkoofsa 31:49Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
49 akkana isaan jedhan: “Nuti tajaajiltoonni kee namoota waraana dhaqanii turanii fi ajaja keenya jala jiran lakkoofneerra; nu keessaa tokko illee hin hirʼanne.+
-